ONM-ABO Waxabajjii 25, 2024
WBOn tarkaanfii isaa itti fufuun guyyaa har’aa Waxabajjii 25 Kaaba Shaggar aanaa Giraar Jaarsoo seensa magaalaa godinaa Fiicheetti tarkaanfii fudhateen itti gaafatamaa poolisii godinaa Komaander Hasaniin madoo ulfaataan adabeera.
Bobbaan_Irbuu_Shinniggaa itti fufa ❗
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
