• Tue. Nov 24th, 2026

WBOn Gujii Lixaa aanaa Galaanaa keessatti Bobbaa Irbuu Shinniggaa haaraan diina adabe

Jun 28, 2024

ONM-ABO Waxabajjii 28, 2024

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Bobbaa Irbuu Shinniggaa bifa haaraan baatii tokko booda guyyaa har’aa eegaleen godina Gujii Lixaa aanaa Galaanaa ganda Borreetti waraana faashistii PP irratti tarkaanfii laalessaa fudhateen diina mooraa ari’uun injifannoo boonsaa galmeesseera.

Tarkaanfii WBOn fudhate kanaan humna diinaa irraa du’aa fi madoon yoo adabamtu, warreen daannoo galuun ofi ittisuuf dhukaasaan baraaruuf humni dabalataa itti deemaa jirti.

Guutuu gabaasa kanaa akkaataa nu qaqqabeen isiniif dhiyeesssina.

Bobbaan_Irbuu_Shinniggaa itti fufa ❗

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Leave a Reply