• Wed. Nov 25th, 2026

WBOn godina Gujii Lixaa aanaa Abbayyaa keessatti diina du’aa fi madoon adabe

Jul 9, 2024

ONM-ABO Adoolessa 8, 2024

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn Zoonii Kibbaa konyaa Gujii Lixaa Bobbaa Irbuu Shinniggaan aanaa Abbayyaa ganda Ladoo Daadaa jedhamutti har’a ganama sa’a 3:00-5:00 tarkaanfii laaleessa waraana maafiyaa Abiy Ahimed maqaa raayyaa ittisa Itoophiyaan of yaaman irratti fudhateen loltoota 35 ol irraa ajjeesuun 23 immoo madoo dandammii hin qabnen adabeera.

Lola WBOn rasaasaan akaa’ee baarudaan macheessuun injifannoo irratti argate kanaan
AKM 12,
Rasasa PKM 635
Rasasaa AKM 500
Boombii 4
Gumbii 21
Jorooroo PKM 200 irraa hiikkatuun dantaa qabsoo bilisummaa Oromootiif galii taasisee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Leave a Reply