ONM-ABO Adoolessa 16, 2024
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu Galeessaa Lixa Shaggar ona Midaa Qanyii bakka addaa Garaadoo jedhamutti kaleessa Adoolessa 15 diina du’aa fi madoon adabuun harkaanis qabee jira.
Jajjabeen WBO Zoonii Giddu Galeessaa tarkaanfii kanaan waraana faashistii Bilxiginnaa 52 daaraa gochuun 13 harkaan qabee meeshaalee hedduus dugda diinaa irraa booji’uun moonaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii tolchee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗


