• Tue. Nov 24th, 2026

WBOn godina Bunnoo Beddellee aanaa Makkoo keessatti diina du’aa fi madoon adabe

Sep 5, 2024

ONM-ABO Fulbaana 4, 2024

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn har’a galgala godina Bunnoo Beddellee aanaa Makkoo mooraa Sariittii keessatti waraana faashistii PP rukutee battalatti 3 ajjeesuun mooricha keessaa ari’ee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Leave a Reply