ONM-ABO Fulbaana 25, 2024
WBOn Zoonii Giddu Galaa Oromiyaa Lixaa Shaggar aanaa Ada’aa Bargaa ganda Dheebisaa Hangasaa keessattii tarkaanfii fudhateen waraana murna faashistii Bilxiginnaa Itoophiyaa 3 ajjeesuun 5 madeessee qawwee AKM hidhannoo guutuu waliin irraa hiikeera.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
