• Sun. Mar 15th, 2026

WBOn Zoonii Kibbaa Gujii Lixaa aanaa Galaanaa keessatti diina adabe

Oct 29, 2024

ONM-ABO Onkoloolessa 28, 2024

Irree fi gaachani uummaata Oromoo WBOn Zoonii Kibbaa Konyaa Gujii Lixaa Aanaa Gaalanaa ganda Carii Baddeessaatti har’a Onkoloolessa 28, 2024 waraana faashistii PP adabee jira.
Tarkaanfii humna gooleessituu PP irratti ganama barii barraaqa itti seenee baruudaan macheessee mooraa ishee keessatti waxalee keessaa bittineesseen 10 battalaatti irraa ajjeessuun 8 madeessee qawwee qawwee AKM 2 fi meeshaalee waraanaa garaagaraa irraa booji’ee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading