Lixa Wallaggaa Aanaa Qilxuu Kaarraatti sarbamiinsi mirgoota namoomaa waraana garboomfataa PP’n jabaatee itti fufee jiraachuun himame
ONM-ABO Waxabajjii 1, 2025 Gareen garboomfataan PP hanqinaalee hedduu kanneen akka jeequmsa hawaasummaa, bulchiinsa badaa dinagdee fi sarbama mirga namoomaa…
