Godina Baha Shaggar Aanaa Boosatitti murni Bilxiginnaa leenjii waraanaaf dargagoota adamsaa jiraachuun barame
ONM-ABO Adoolessa 8, 2025 Adooleessa 5, 2025 murni Bilxiginnaa, aanaa Boosat gandoota jiran hunda keessatti akka karooraatti nama 30-40 leenjii…
