Godina Walloo aanaa Baateetti kaabinoonni fi poolisoonni sirnichaa sabaan wal qooduun walii isaaniif walirratti duulaa jiraachuun himame
ONM-ABO Guraandhala 1, 2026 Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Baatee magaalaa Baateetti kaabinoota, poolisoota sabaan Oromoo ta’anii fi poolisootni Amaara…
