• Wed. Oct 7th, 2026

WBO’n Zoonii Kibba Baha Oromiyaa miseensota loltoota Bilxiginnaa lola keessatti kanaan dura booji’aa ture 51f barnoota kenneefii gara maatii isaanitti galchuu beeksise! Qophii Addaa ONM-ABO Ebla 1, 2026 Itti Dhiyaadhaa!

Apr 1, 2026
✍️ Dhaamsa milishoonni pp zoonii kibba baha oromiyaatti lola gara gara keessatti dhuunfataman hubannoo argatan irra dhaabbachuun warra isaan fakkaataniif dhaamanii fi hawaasa beekaas ta’ee otoo hin beekin miidhan dhiifama isaan gaafatan #Kutaa1faa

Qophii Addaa ONM-ABO Ebla 1-2026 itti dhiyaadhaa!
WBO’n Zoonii Kibba Baha Oromiyaa miseensota loltoota Bilxiginnaa lola keessatti kanaan dura booji’aa ture 51f barnoota kenneefii gara maatii isaanitti galchuu beeksise
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Facebook:-
https://www.facebook.com/profile.php?id=61574067972541
YOOKIIN
https://www.facebook.com/OromiaNationalMedia
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:
t.me/arraata_biyyoolessa_oromiyaa
YouTube:-
http://www.youtube.com/@arraata-k5k
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Yaada, gaaffii fi qeeqa yoo qabaattan teessoo keenya Whatsapp: +447570361431 Tel : +447570361431 Email: bariibilisummaa103@gmail.com nu argachuu dandeessu!
Sagalee Cunqurfamtootaa!
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa�

� New to streaming or looking to level up? Check out StreamYard and get $10 discount! �

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading