Godina Qellem Wallaggaa aanaa Anfilloo keessaa namoonni nagaan waraana faashistii PP’n ukkaamfamuun beekame
ONM-ABO Bitootessa 23, 2024 Waraanni gabroomsaa PP maqaa sakatta’insa waraana bilisummaa Oromoon bobba’uun hawaasa nagaa hirmaannaa siyaasaa hin qabne lubbuu…
