Lixa Wallaggaa aanaa Begii keessatti waraana goolessaa PP’n midhaan dabalatee qabeenyi qonnaan bultootaa yoo gubatu, saamichis geggeeffame
ONM-ABO Bitooteessa 29, 2024 Hacuuccaa fi hammeenyi ilmaan Oromoo irratti erga koloneel Abiy Ahimed gara aangootti dhufee kaasee raawwatamaa jiru…
