Haga gabaasni kun qindaa’etti
Haga gabaasni kun qindaa’etti lola kanaan Ajajoota waraana dabalatee humna diina 71 du’aan, 83 madoo cimaan adabuu isaa odeessa keessoo…
Haga gabaasni kun qindaa’etti lola kanaan Ajajoota waraana dabalatee humna diina 71 du’aan, 83 madoo cimaan adabuu isaa odeessa keessoo…
Gabaasa tarkaanfii gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo ONM-ABO Fulbaana 19, 2022 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii waraana weerartuu PP…
Hongeen aanota gammoojjii godina Gujii bahaa rukute miidhaa qaqqabsiisuu itti fufe. ONM-ABO Fulbaana 19, 2022Kibbi Oromiyaa yeroo garaagaraatti hanqina roobaa…
Ona Xuulloo fi Doobbaa keessatti saamichaa fi reebichi uummata nagaa irratti raawwatu cimee itti fufe. ONM-ABO Fulbaana 19, 2022Dheebuu aangoo…
Godina Baha Harargee aanaa Meettaa fi Baddannoo keessatti saamichi fi hidhaan jabaachuun himame. ONM-ABO Fulbaana 19, 2022Oromiyaa keessatti kaabinoonni fi…
https://youtu.be/5IlHvfAqi2c
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti dararaan dhabamuu toora bilbilaa fi konkolaataan uummata irra ga’u itti fufe. ONM-ABO Fulbaana 19, 2022…
Godina Baha Wallaggaa ona Guutoo Giddaa keessatti waraanni PP fi finxaaleyyiin Amaaraa waliin ta’uun saamichaa fi manneen uummataa gubaa jiraachuun…
Onoota Arsii Lixaa fi bahaa keessatti saamichaa fi hiraarri maqaa ilmaan keessan leenjii waraanummaaf ergaa jedhu hammaate! ONM-ABO Fulbaana 19,…
Waraanni murna bilxiginnaa godina Lixa Wallaggaa onoota adda addaa keessatti uummata nagaa ajjeechaa, saamichaa fi reebichaan dararaa jiraachuun barame. ONM-ABO…