Baga Kabaja Ayyaana Irreechaa Bara 6416/ 2022 nagaan geessan
Baga Kabaja Ayyaana Irreechaa Bara 6416/ 2022 nagaan geessan! Irreechi Calaaqqee Aadaa fi Eenyummaa Oromooti.(Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo) Hunda dura…
Baga Kabaja Ayyaana Irreechaa Bara 6416/ 2022 nagaan geessan! Irreechi Calaaqqee Aadaa fi Eenyummaa Oromooti.(Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo) Hunda dura…
WBOn ona Meettaa Roobii keessaa diina buqqise! ONM-ABO Fulbaana 30, 2022 Irree fi gaachanni uummata Oromoo zoonii Giddu Galeessaa konyaa…
https://youtu.be/QWGMStcrpQ8
https://youtu.be/0QaTnHNnfCo
https://youtu.be/ND7XqYtqdZY
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Baha Shaggar ona Boosat keessatti diina adabaa jira. ONM-ABO Fulbaana 29, 2022 Abdii fi gaaddisni saba…
WBOn aanaa Warra Jaarsoo keessatti diina adabe. ONM-ABO Fulbaana 29, 2022 Irree fi gaachanni uummata Oromoo tarkaanfii laalessaa waraana weerartuu…
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Gujii Lixaa ona Surroo Baarguddaatti waraana PP adabe! ONM-ABO Fulbaana 29, 2022 Irree fi gaachanni uummata…
Waraanni murna PPn uummatatti bobbaafaman godina Gujii Bahaa keessatti qarree tokko gudeeduun abbaa ajjeesan. ONM-ABO Fulbaana 29, 2022 Waraanni sirnicha…