• Sat. Apr 27th, 2024

Qeerroo Bilisummaa Oromoo ABO-WBO QBO-ABO/WBO

Feb 19, 2022

Gujii lixaa,Aanaa malkaa soddatti badi tokko malee dargaggeessa maqaan isaa Roobaa Bariisoo jedhamu waraannii pp rasaasa ja’a itti roobsuun erga ajjessanin boodaa uummati magaalicha hiriiraa mormii guddaa sirna nama nyaataa Abiy Ahmadi irratti dhooseera yeroo garagaraatti namoota nagaa ajjeesuu irraatti Kan xiyyeeffataan hidhattoonni Abiy ahmadiin bobbaafamaan Godinoota Oromiyaa garagaraa keessatti gocha mirga namoomaa cabsuuf duguuggaa sanyiin ilaalamuu gaggeessaa jiru. tarkaanfii duguuggaa namoota nagaa irratti fudhatamaa jiruu kana yeroo garagaraatti qaamoleen mirga namoomaaf dhaabbataan calleessan biraa darbaa turuun beekamaadha. 

 19/2/2022

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading