• Thu. Nov 26th, 2026

Oromoo biyya ambaa lama Kaanaadaa fi Siwiidiin jiraatan obbo Dhaabaa Galataa fi obbo Gammachuu Naadoo waliin taasisne guutuu isaa har’a waaree booda sa’a 12:00

Jun 6, 2022

Maree Qorqortii siyaasaa irratti ilmaan Oromoo biyya ambaa lama Kaanaadaa fi Siwiidiin jiraatan obbo Dhaabaa Galataa fi obbo Gammachuu Naadoo waliin taasisne guutuu isaa har’a waaree booda sa’a 12:00 akka lakkoofsa impaayeera Itoophiyaatti Arraata Biyyoolessa Oromiyaa irraa qabannee isiniif dhiyaanna.

YouTube, Telegram fi fuula facebook Arraata Biyyoolessa Oromiyaa irraan horfofuu dandeessu.

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa sagalee Qabsoo Bilisummaa Oromoo fi uummata Oromoo!

Leave a Reply