• Fri. Mar 13th, 2026

WBOn Zoonii Giddu Galeessaa konyaa Salaalee keessatti tarkaanfii fudhachuun injifannoo galmeesse

Jun 22, 2022

WBOn Zoonii Giddu Galeessaa konyaa Salaalee keessatti tarkaanfii fudhachuun injifannoo galmeesse.
( ONM-ABO Waxabajjii 22,2022 )

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn zoonii Giddu Galeessaa kaabaa fi kaaba lixa Shaggar konyaa salable keessa sosso’u Cibraan Dhaloota Warra Jaarsaa tarkaanfii magaalaa Oosee mooraa diinaatti cabsuun fudhateen humna diinaa humna diinaa mooraadhaa ari’uun 15 battalatti ajjeesee 20 ol madoon adabuun injifannoon goolabee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading