• Tue. Nov 24th, 2026

Shiftooti Mootummaan bobbaasu Oromoo adamsanii ajjeesuu itti fufaniiru

Jun 24, 2022

Shiftooti Mootummaan bobbaasu Oromoo adamsanii ajjeesuu itti fufaniiru.

(SQ Waxabajjii 24, 2022(
Shaggar Kibba Lixaa, Ona Gooroo bulchiinsa magaala #Gururaa keessatti barataa 12 kan ta’e; Maqaan isaa Musxafaa Haamzaa kan jedhamu yakka tokko malee har’a (Waxabajjii 24/2022) waraanni mootummaa garboomfataa rasaasan ajjeesee gatee jira.

Leave a Reply