• Sat. Mar 14th, 2026

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii kibbaa godina Gujii bahaa ona Gooroo Doolaa keessatti tarkaanfii fudhachuu beeksise

Jul 11, 2022

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii kibbaa godina Gujii bahaa ona Gooroo Doolaa keessatti tarkaanfii fudhachuu beeksise!

( ONM-ABO Adoolessa 11,2022 )

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn zoonii kibbaa konyaa Gujii bahaa Aanaa Gooroo Doolaa magaalaa Gannaalee keessatti tarkaanfii fudhateen injifannoo cululuqaa galmeessee jira.

Lola har’a Adoolessa 11,2022 geggeeffame kana irratti qawwee AKM Afurtama nyaataa lama, AKM 10nii fi meeshaale waraanaaf ta’an hedduu irraa hiikuun galii qabsoo bilisummaa Oromootiif oolchee jira.

Lola guyyaa har’aa kana irratti loltoota PP 20 battalatti yoo ajjeesu 15 madoon adabamee jira.

Lolli hanga bilisummaatti itti fufa bilisummaan dhiigaan ni dhufa!

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading