Giddu Galeessa Oromiyaa Magaalaa Wallisootti Maanguddoo Ganna 80 Oli Mootummaan ukkaamse.
(SQ-Adoolessa 25/2022)
Giddu Galeessa Oromiyaa Magaalaa Walisootti maqaa Humna nageenyaan bobbofamee kan jiru Manguddoo Argaa dhageettii Obbo Gazzanyi Gooroo jaarsaa biyyaa, Manguddoo Ulfoo waggaa 80 olii bara kana marsaa hedduuf hidhaatti darara turuun isani niyaadatama.
Ammas, Qajeelcha Poolisii Aanaa walisotti hidhamanii jiraachuu maddeen keenya gabaasan.
