Qophii Arraata Biyyoolessa Oromiyaa ONM-ABO Hagayya 31, 2022
https://youtu.be/xvhZWviY_go
https://youtu.be/xvhZWviY_go
Lixa shagar ona Dirree Incinnii keessatti waraanni faashistii Abiy Ahimed dargaaggoo tokko ajjeesuu isa jiraattootni dubbatan. ONM-ABO Hagayya 31, 2022…
Daandiin Finfinnee fi Lixa Oromiyaa wal quunnamsiisu konkolaataa waraana bilxiginnaa deddeebisuun waan dhiphateef uummatni sochii danqame. ONM-ABO Hagayya 31,2022 Murni…
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Amuruu keessatti hidhattoonni finxaaleyyii Amaaraa namoota hedduu ajjeesuun manneen jiraattoota gubuun qabeenya hedduus saaman. ONM-ABO…
Godina Lixa Harargee aanaa Habroo keessatti maqaa sakattaa WBO jedhuun saamichi fi dararaan jiraattota irratti hammaate. ONM-ABO Hagayya 31, 2022…
https://youtu.be/brRgc-4nu9E
𝗦 𝗘 𝗘 𝗡 𝗔 𝗔 𝗡 𝗝 𝗜 𝗥 𝗔 𝗔 𝗧 𝗔 𝗔 𝗗 𝗛 𝗔 Aartistii fi…
Gabaasa tarkaanfii gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo ONM-ABO Hagayya 30, 2022 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo tarkaanfii laalessaa waraana weerartuu bilxiginnaa irratti…
Gabaasa gumaacha gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo diinagdeen tin’isuuf taasifame. ONM-ABO Hagayya 30, 2022 Sabboontootni ilmaan Oromoo irree fi gaachana uummata…