• Mon. May 4th, 2026

Gabaasa gumaacha gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo diinagdeen tin’isuuf taasifame

Aug 30, 2022

Gabaasa gumaacha gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo diinagdeen tin’isuuf taasifame.

ONM-ABO Hagayya 30, 2022 Sabboontootni ilmaan Oromoo irree fi gaachana uummata Oromoo WBO diinagdeen jabeessuuf gumaacha taasisan cimsanii itti fufanii jiru.

Haaluma kanaan sabboonaan Oromoo obbo Leencaa Disasaa biyyaa Jarman irraa dhuunfaadhaan marsaa lammaffaaf qarshii 5,023 irree fi gaachana sabaa WBO qaqqabsiisaanii jiru.

Gara fuula duraattis hanga Oromoon bilisoomee Oromiyaan walaboomtutti deggersa taasisan akka itti fufan waadaa seenuu isaanii gabaasa Ajajaa Olaanaan ABO-WBO Arraata Biyyooleessa Oromiyaa qaqqabsiisaniin beekuun danda’ameera.

Nutis galanni keessan bilisummaa haa ta’u ittiin jenna.

Horaa bulaa deebanaa!

Ìnjifannoon uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading