๐ฆ ๐ ๐ ๐ก ๐ ๐ ๐ก ๐ ๐ ๐ฅ ๐ ๐ ๐ง ๐ ๐ ๐ ๐ ๐
Aartistii fi Qabsaa’aa Eebbisaa Addunyaa Hagayya 30,1996 waggaa 26 har’aa ture sirna TPLF/EPRDFn kan ajjeesame. Hojiin bara sana Artist Eebbisaa Addunyaa dalage hanga har’aa, darbeellee boruuf kan hojjetuu dha. Warra har’aaf NAMA FAKKII ti. Seenaan isaa bara baraan yaadatama!
