• Mon. Jan 12th, 2026

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Gujii Lixaa ona Bulee Horaa keessatti weerartuu PP adabaa jira

Aug 18, 2022

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Gujii Lixaa ona Bulee Horaa keessatti weerartuu PP adabaa jira.

ONM-ABO Hagayya 18,2022 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa diina irratti fudhatu itti fufuun har’a waaree booda sa’a 7:00 irraa qabuun tiksitoota barcuma siyaasaa Abiy Ahimed godina Gujii Lixaa ona Bulee Horaa ganda Gaalee Magadaatii fi Buudaa gidduutti adaba barbaachisu kennaafii jira.

Lolli kun erga eegalee sa’a walakkaa kan ga’e yoo ta’u waraanni weerartuu PP ganda Gaalee Magaadaatiin humna dabalataa jechuun bobbaa’aa jirti.

Waraanni badeera akkasumas 3000 kan caalutu harkaa kennatee gariin ammoo booji’amanii fi biyyaa ba’an jechuun murni bilxiginnaa odeessuus guyyaa guyyaan waraanni isaa du’aa fi madoon adabamuu itti fufeera.

Guutuu gabaasa kanaa akka lolli xumurameen walitti deebina!

Injifannoon uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading