Hidhaan Oromummaa irratti xiyyeeffate jabaatee itti fufee jira.
(SQ-Hagayya 26, 2022)
Aartist Falmataa Kabbadaa badii tokko malee Hagayya 25, 2022 Humnoota Mootummaan butamuun barame.
Aartist Falmataan kanaan duras yeroo garaagaraatti hidhaaf doorsisaan kan dararamaa ture Sirnuma PP kanaan Guyyaa Kamisaa osoo Albema isaa hojjetee galuu Bulchiinsa GA Magaalaa Laga Xaafootti Humnoota Mootummaan Ukkaamfamuun barame.
Sababni Falmataan ittiin yakkame yoo jiraate Sagalee isaatiin sabasaaf Sagalee ta’uu fi PPn bitamuu lagachuu isaa qofaaf.
