Raayyaa Ittisa Biyyaa jedhe ORomiyaa dhiigaan Macheessa jiraachuun himame.
(SQ-Hagayya 29/2022)
Lixa Oromiyaa Giddaa Ayyaana keessaatti tibba darbe Raayyaa Ittisa Biyyaa, Faannoo, Gaachana Sirnaa, Milishaafi Humni Adda Oromiyaa Waliin ta’uun Uummata nagaa darara turuu isaani gabaafne turre.
Roobii Darbe jechuun Hagayya 25/2022 Abba Qabeenyaa Obbo Mokonnoon Taganyee Yakka tokko malee ajjeefamu Maddeen Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromootti dubbatu.
