• Wed. Jan 14th, 2026

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Lixa Shaggar Onoota gara garaa keessatti tarkaanfii lukkeelee diinaa irratti fudhateen injifannoo boonsaa argachuu ibse

Sep 1, 2022

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Lixa Shaggar Onoota gara garaa keessatti tarkaanfii lukkeelee diinaa irratti fudhateen injifannoo boonsaa argachuu ibse.

(Fulbaana 1, 2022 ONM ABO)

Oduu tarkaanfii 01/09/2022
Irreef gaachanni ummata Oromoo zoonii GG tarkaanfii laalessaa Onoota garaagaraa keessatti fudhateen injifannoo boonsaa gonfatee jira.
1:Ona meettaa Roobii magaalaa Aanaa kan ta’e shinoo, magaalaa Qaxqaxoo akkasuma karaa meettaa walqixxeef Ada’aa bargaa wal qunnamsiisu irratti haxxee hidhuun diina gugsee du’aaf madoo lafa tuulee jira.

2:-Ona warra jaarsoo Magaalaa Oosee fi karaa Oosef magaala aanichaa wal qunnamsiisu irratti haxxee hidhuun tuuta diinaa facaasun 20 ol ajjeesee hedduu madoon adabee jira.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading