• Fri. Mar 20th, 2026

Lixa Ormiyaa Horroo Guduruu Ona Abaaboo Guduruu keessaatti Waraanni Mootummaa Nama jaha Ol ajjeesuun himame

Sep 16, 2022

Lixa Ormiyaa Horroo Guduruu Ona Abaaboo Guduruu keessaatti Waraanni Mootummaa Nama jaha Ol ajjeesuun himame.

(SQ-Fulbaana 16/2022)
Fulbaana 14/2022 Horroo Guduruu Ona Abaaboo Guduruutti guyyaa Maqaa Raayyaa Ittisaa Biyyaan kan Of waamu Uummata nagaa hedduu ajjeese.

Akka Jiraatan Naannoo sana jedheetti” Maatii tokko keessaa nama 6 osoo booyichaa galaniif galaa jiranii ajjeefaman” obbolaa sadii dabalatee, akkasuma namoota midhaan aramaa jiranii fi hojii garaagaraarra jiran hedduu ajjeese.

Network Godina sanarraa erga citee Torban tokkoo ol gaheera. Kanaaf, Maqaafi Suuraa Akkuma arganneen maxxansina!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading