• Tue. Nov 24th, 2026

Oromiyaa bakkoota hedduutti Abbooti qabeenya Maqaa Raayyaa Ittisa Biyyaa deggeeri jechuun Qaamoonni Mootummaa saamaa jiru

Sep 21, 2022

Oromiyaa bakkoota hedduutti Abbooti qabeenya Maqaa Raayyaa Ittisa Biyyaa deggeeri jechuun Qaamoonni Mootummaa saamaa jiru.

(SQ-Fulbaana 21/2022)
Godina Harargee lixaa Magaala Ciroo keessatti Rayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa godha jechudhan Abbooti qabeenya hiidha jiraachuu maddeen Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoof himan.

Fulbaana 21/2022 Abbaa qabeenya Obbo Mahammed shifaawu qarshii Kuma dhibbaa(100000) rayyaa ittisa biyyaaf gargarii jechuun waan dideef Qaamni Mootummaa Ukkaamsu Maddeen gabaasan.
https://t.me/Qeerroo2011/749

Leave a Reply