• Tue. Nov 24th, 2026

Tikoonni Sirna Dullachaa Dargaggoota Oromoo Hidhaatti calleessuu Mana hidhaa baasanii ajjeesaa jiru jedhame

Sep 22, 2022

Tikoonni Sirna Dullachaa Dargaggoota Oromoo Hidhaatti calleessuu Mana hidhaa baasanii ajjeesaa jiru jedhame.

(SQ-Fulbaana 22/2022)
Kibba lixa shaggar ona Gooroo ganda doogamaa dambii tii wiixata Darbee Ukkaamsun Fulbaana 20/2022 kibxata halkan sa’aa 9:00tti Qeerroo Buushanaa Bulloo jedhamu mana hidhaatii baasuun ajjeesanii gatani.

Leave a Reply