ONM-ABO Fulbaana 23, 2022 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo lola ganama irraa eegalee godina Lixa Wallaggaa ona Baabboo Gambeel mooraa Waraana bilxiginnaa magaalaa aanichaa irratti ganamaa kaasee haleellaa taasisaa tureen sa’a ammaatti waraana gamoo baankii magaalaa Baabboo Gambeel qabatee gadhiisuu dide haleelee buqqisuun sa’a ammaatti guutuu ona Baabboo Gambeel korommiin ilmaan sabaa WBOn dhuunfatee jira.
Gabaasa guutuun walitti deebina!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa hordofaa!
Sagalee Waraana Bilisummaa Oromoo
Injifannoon Uummata Oromoof
