• Wed. Nov 25th, 2026

Hayyuu Oromoo Dr. Gammachuu Magarsaa Magaalaa Finfinnee keessaa Ukkaamfaman

Sep 23, 2022

Hayyuu Oromoo Dr. Gammachuu Magarsaa Magaalaa Finfinnee keessaa Ukkaamfaman.

(SQ-Fulbaana 24/2022)
Hayyuufi maanguddoo Oromoo Dr. Gammachuu Magarsaa Magaalaa Finfinnee Mana jireenya isaani keessaa humna tikaa biyyaattin ukkaamfamuu Sagaleen Qeerroo Bilisummaa Oromoo mirkaneeffate.

Leave a Reply