• Fri. Mar 13th, 2026

WBOn ona Meettaa Roobii keessaa diina buqqise

Sep 30, 2022

WBOn ona Meettaa Roobii keessaa diina buqqise!

ONM-ABO Fulbaana 30, 2022 Irree fi gaachanni uummata Oromoo zoonii Giddu Galeessaa konyaa Lixa Shaggar ona Meettaa Roobii keessatti har’a Fulbaana 30,2022 tarkaanfii laalessaa waraana bilxiginnaa irratti fudhateen magaalaa Shinoo keessaa diina qulqulleessee baasun hanga gabaasni kun qindaa’etti to’atee jira.

Lola kanaanis humni diinaa hedduun du’aa fi madoon kan adabamte yoo ta’u yeroo ammaa humna dabalataa ona Ada’aa Bargaa irraa dhufu eeggachaa jiru.

WBOn tarkaanfii humna diinaa aanota keessaa buqqisuu itti fufa!

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading