Godina Qellem wallaggaa onaa Sayyoo keessaatti qonnaan bulaa tokko ajjeessuun ,onaa Gidaamii keessaatti ilmaan oromoo hidhuu Fi maqaa degersaa rayyaa ittisa impayeraa itoophiyaatin ummaata daraaruun hammate
ONM-ABO Onko 26, 2022
Lollii Fi qoqqobin kallatti garaagaran impaayeraati irraatti waan kufeef utuuban Diinagdee impaayeerati jiguun kiraasara waraana Fi Diinagdee murna bilxiginnaa mudaaten abdii kutaachun hidhaa Fi saamiicha ilmaan oromoo irraatti jabeessee Jira Haaluma kanan onkoloolessaa 24, 2022 halkaan sa’a 2:00 Akka lakkoofsa Impayeraatiti godina qellem wallaggaa onaa Hawwa Galan ganda mojooti Gammachu Gobbuu qabuun mana hidhati daraaraa jiruu Godinumaa qellem wallaggaa onaa Sayyoo Ganda minkoo leencaa keessaatti kalessaa Ganama onkoloolessaa 25,2022 Bay’isaa Umaar Kan jedhamu qabani Ibiddaan si gugumna jechuun, qoraan walitti guuruun erga dorsiisa Turani booda gara mana hidhaati darbaachu maddeen Arraata biyyoolessaa oromiyaati himan Oduu biraatin godina qellem wallaggaa onaa Gidaamiiti maqaa degersa rayyaa ittisaa Impayeraa Itoophiyaatin onkoloolessaa 25, 2022 ganda Abbayyi maleekoti bobbaa’un mallaqa Fi nyaata nu kennaa jechuun ummaata qala’insaa jireenyaan miidhamun ofii waan nyaate buluu hin qabnee rakkisa jiraachu maddeen ibsan.
