• Sun. Sep 13th, 2026

Mootummaan impaayera Itoophiyaa ilmaan oromoo qabee hidhuun mana hidha keessaatti miidhaa qamaa irraan ga’a Jira

Oct 26, 2022

Mootummaan impaayera Itoophiyaa ilmaan oromoo qabee hidhuun mana hidha keessaatti miidhaa qamaa irraan ga’a Jira.

ONM-ABO onko 26, 2022

Hidhaan akka waan furmaata ta’etti kan ilaalu murni bilxiginna guyyaa gara guyyaatti sabbonttota ilmaan oromoo Bakka mana jireenyaa isaniti qabee hidhuun mana hidha keessaatti daraaraa irraatti geggeessuun miidhaa qamaaf saxiila jira Godina lixa Wallaggaa aanaa Gimbii Ganda Qakkee Adaree kan ta’e ,nama hirmaanna siyaasaa tokkollee keessa kan hin qabne Addaamuu olaanaa kan jedhamu Maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo jedhu itti maxxansuun waggaa tokkoof ji’a lamaaf kan mana hidha keessaatti Kan daraaraama ture miidhaa qamaa hamaan irraa ga’eeraa Akka Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Addaamu Olaana dubbiseti rakkoo isaarra ga’ee miira gaddaan kana dubbaatu yoo ta’uu , dhimma dhuunfaa kiyyaaf konkolaataan imaluu Magaala Finfinnee naannoo Maarami jedhamutti na qabuun reebichaa hammaata erga narraan ga’aaniin booda qabduu sibiilaan qeensa kiyya buqqisuun lubbu kiyyatti erga taphataniin booda Waajjira Poolisii godina addaa naannoo Finfinne Bulchiinsa Magaala Buraayyutti na darbachuun achitti gurra kiyya tokkos na duuchanii jiru jechuun yaadasa Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himee Jira.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading