Share this: Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on Telegram (Opens in new window) Telegram More Share on LinkedIn (Opens in new window) LinkedIn Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Like this:Like Loading... Related Post navigation Kabajamoo dhaggeeffattoota Raadiyoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, tamsaasni raadiyoo dheengadda Onkololeessa 31, 2022 irraa qabee hanga kaleessa Sadaasa 1, 2022tti tamsaasni yeroo isaa eeggatee sa’a 12:00-12:30tti taasifamaa akka hin turre komii dhaggeeffattoota irraa nu ga’aa tureen adda baafanneerraGootichi Waraana Bilisimmaa Oromoo WBOn lixa Wallaaggaa magaalaa Najjoo keessatti waraana bilxiginnaa haleelaa jira
Aanaa Saqqaa Coqorsaa keessatti jaleewwan Bilxiginnaa, “misooma gandaa hojjedhaa” jechuun jiraattota hiraarsaa jiraachuun himame Apr 6, 2026
Dhiibbaan sanyummaa naannoo Beenishaangul Gumuz magaalaa Asoosaa fi aanaalee naannichaa keessatti uummata Oromoo irra gahaa jiru cimuun ibsame Apr 6, 2026
Aanaa Abee Dongoroo keessatti miseensonni finxaaleyyii Amaaraa “Faannoo” 77 to’atamanii turan gadhiifamuun mufii uummataa cimaa kaase Apr 6, 2026