• Sat. May 2nd, 2026

Ona Boojji Birmajii Magaalaa Biilaatti Haleellaa Drone Humni Bilxiginnaa Raawwateen Hawaasni Heedduun Miidhame

Nov 5, 2022

Ona Boojji Birmajii Magaalaa Biilaatti Haleellaa Drone Humni Bilxiginnaa Raawwateen Hawaasni Heedduun Miidhame.

[SQ Sadaasa 5/2022]

Lixa Oromiyaa Godina W/Lixaa Ona Boojji Birmajii magaalaa Biilaatti, haleellaa xiyyaara nam-maleessaa miirni wanbadee Bilxiginnaa gaafa guyyaa Sadaasa 3, 2022 raawwateen kanneen dhibbaa ol ta’an rukatamuun barameera.

Haleellaa kana hordofee kanneen heedduu ta’an miidhamanii yaala malu argachuu dhabuurraa kan ka’e, du’aa jiraachuun dhagaa’ameera. Hanga ammaa maqaa fi eenyummaa kanneen haleellaa kanaan miidhamanii argachuu hin dandeenye. Akkuma odeessa guutuu arganneen kan walitti deebinu ta’a.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading