Angafti Aarti Oromoo Dr. Kabajaa Alii Mahammad Birraa Du’aan Addunyaa Kanarra boqotan.
(SQ-Sadaasa 6/2022)
Aartii Oromoo keessaatti Adda Durummaan Maqaan isaani Kan ka’uu Dr. Kabajaa Alii Mohammad Birraa Guyyaa har’a Addunyaa kanarra Du’an Boqotan.
Dr Kabajaa kun yeroo dheeraa Dhibamanii Biyya keessaaf Biyya alaatti yaalama turaniiru.
Maatiifi Firoottan isaaniif Jajjabina hawwina!
