• Mon. Jan 12th, 2026

WBOn zoonii bahaa godina Lixa Harargee aanaa Mi’eessoo keessatti diina du’aa fi madoon adabe!

Nov 17, 2022

WBOn zoonii bahaa godina Lixa Harargee aanaa Mi’eessoo keessatti diina du’aa fi madoon adabe!

ONM-ABO Sadaasa 17, 2022 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn zoonii bahaa godina Lixa Harargee aanàa Mi’eessoo araddaa Daalacha Raaree diida Niinnii har’a Sadaasa 17, 2022 waraana faashistii koloneel Abiy Ahimed milishoota, poolisootaa fi humna addaa waloon WBO sakatta’uuf bishingaa keessa deemaa turan haxxee itti hidhee rukutuun batalatti 10 ajjeesuun 20 madeessee jira.

Tarkaanfii boonsaa fudhate kanaanis hidhannoo torba, qawwee AKM 9 fi isnaayippera 1 battalatti irraa hiikuun dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasisee jira.

Tarkaanfiin bilisummaa fi walabummaaf taasifamuu cimee itti fufa!

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading