Dhaamsa Qeerroo hundaaf !!
Bor irraa eegaluun waan sitti fakkaatu hunda akka goote uummata (Abbaa,Haadha,obboleessa,obboleetti,dhiigaaf lafe) ke,qe’ee kee baraaruuf akkasumas waan sitti dhufe #buluguu jiraa nama awwaalu,guggubee foon namaa nyaatu kanarra ofbaraaruun tokkummaan olka’i.
Kun oggansa fi sittihimuu sinbarbaachisu. Guyyaan kun seenaa ta’ee akka galmaa’uuf bor Muddee 5,2022 irra eegallee waan dandeenyuun hojiitti haaseennuun dhaamsa !!!
Osoo hindursamiin dursi !!!
Impaayera dulloomte haadiignu. Awwaala ishiirratti Oromiyaa haa ijaarru !!
Booda akka hingaabbine !!!!
Oromiyaan Biyya!!
