• Tue. Nov 24th, 2026

Kabajamtoota hordoftootaa fi dhaggeeffattoota Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoof!

Dec 5, 2022

Kabajamtoota hordoftootaa fi dhaggeeffattoota Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoof!

Ammaan dura namoonni heedduun akkaataa ittiin djaamsa nuuf ergitan dhabdanii fi wallaaltanii kanneen rakkattaniif furmaata armaan gadii kana hordofuun dhaamsa (odeessa, suur-sagalee, suura, yaadaa fi qeeqawwan) cufa nu dhaqqabsiisuu ni dandeessu:

  1. Dursa gara Telegram keessanii deemaa,
  2. @qeerroobilisummaa_bot jechuun barbaadaa,
  3. Akka isiniif dhufeen iddoo START jedhu cuqaasuun dhaamsa qabdan mara nuuf ergaa.

Yokaan ammoo QR Code gadii kana fayyadamuun ergaa keessan nu dhaqqabsiisaa

Galatoomaa!
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Leave a Reply