Baraattoonni Mana Baruumsa Sadarkaa Lammaffaa Bidiree Hirira mormiirra jiru.
(SQ-Mudde 6/2022)
Dhaabbilee Barnoota Olaanoorra eegalee hanga Sadarkaa tokkoffaattii barattoonni Oromoo Duula Oromiyaa Baraaruutti hirmaata jiru.
Mudde 6/2022 Kibba Baha Oromiyaa Godina Baalee Mana Baruumsa Bidiree mormii isaani dhageesisaa jiru.
