• Tue. Nov 24th, 2026

Barattoonni Yuunivarsiitii Walaayittaa Sooddoo ajjeechaa uummata Oromoo irratti raawwatamu mormuun lagannaa nyaataa taasisan

Dec 8, 2022

Barattoonni Yuunivarsiitii Walaayittaa Sooddoo ajjeechaa uummata Oromoo irratti raawwatamu mormuun lagannaa nyaataa taasisan.(SQ-Mudde 8/2022)Barattoonni yuunivarsiitichaa lagannaa nyaataan alas hiriira mormii bahaniiti jiru.

Haata’uutii garuu humnoonni mootummaa barattoota irraatti miidhaa geesisaniiru.

Leave a Reply