• Tue. Nov 24th, 2026

Kibba Oromiyaatti Qaamonni Mootummaa barattoota Ukkaamsan

Dec 9, 2022

Kibba Oromiyaatti Qaamonni Mootummaa barattoota Ukkaamsan.

(SQ-Mudde 8/2022)
Kibba Oromiyaa Godina Booranaa!

Barattoota Mana Barumsaa garaagaraa keessatti hiriira mormii duguuggaa sanyii ummata oromoo wallaggaa fi Gidduu Gala keessatti xiyyaara nama maleessaan rukutamaniif sagalee isaanii dhageessisaniiru. Barattoota sagalee mormii dhageessisan dura dhaabbachuun murnii pp barattoota hidhaatti guuraa jira.

🔑Annaa Yaaballoo

-Maqaan barattoota hidhamanii:-

  1. Halake Moluu
  2. Areeroo Bagajjaa
  3. Gammachuu Jabaa
  4. Roobaa Tuuroo
  5. Galgaloo Bulee
  6. Diida Mallichaa

🔑Aanaa Dubuluqi

Maqaa Barattoota hidhamanii:-

  1. Abduuba Goolloo
  2. Bulee Diimaa
  3. Gufuu Duubaa
  4. Roobaa Abbakulee
  5. Waariyoo Jiloo
  6. Boruu Turee
  7. Adii Godaanaa
  8. Jaatanii Boruu
  9. Jaatanii Goollichaa
    10.Maqaa adda hin baafanne..

🔑Aanaa Eel Waayyee
Maqaa barattoota hidhamanii:-

  1. Barraqoo kulii
  2. Abduba Jarsoo
  3. Bulee Mataa
  4. Bulee Diidaa
  5. Abduba Boruu
  6. Biiqilaa Saara
  7. Malichaa jarsoo
  8. Galgaloo Diidaa
  9. Wariyyoo Gurachaa
  10. Qurii Abayyoo
    Kan maqaa hin argatinis ni jiru!

🔑Aanaa Areeroo
Maqaa barattoota hidhamanii:-

  1. Fardoosaa Galgaloo
  2. Boru Abdo
  3. Damboobaa Waaqoo
  4. Jaarsoo Waariyoo
    Kana Irra gadii Hafanii jiru Lakkofsaan Namaa 5 Jechaa Jiru Areeroo Gooroo Mana Hidhaa Jira.

Leave a Reply