“Duulli sanyii balleessuu yeroo eegalu siyaasni dhumeera jechuudha. Waraanni yoo eegalu siyaasni dhumeera. Akkan yaadutti Itiyoophiyaa keessatti siyaasni kan dhaabbate gaafa Sibiilli kaafamedha. Kana jechuun Gaafa mootummaan Waraana Bilisummaa Oromoo fi uummata Oromoo irratti lola bane 2019 dha. Kanaafuu yeroon kun yeroo siyaasaa miti. Waraanni Uummata Oromoo miidhaa irraa eeguuf kan dhaabbate isa qofa waan ta’eef waraana bilisummaa Oromoo Deeggaruu barbaachisa. Kan biraammoo Uummaticha hidhachiisuu fi hanga danda’ameen shororkeessitoota irraa Haleellaa fi saamicha irraa akka of eegu taasisuudha “.
Dr Tsaggaayee Araarsaa
