• Thu. Nov 26th, 2026

Kaaba Shaggar bulchinsa magaalaa Tulluu Boolloo keessatti barattoonni Oromoo duguuggaa Sanyii Oromoo irra waraana bilxiginnaa fi finxaaleyyii Amaaraan raawwachaa jiru mormuun hiriira geggeessaniiru

Dec 12, 2022

Kaaba Shaggar bulchinsa magaalaa Tulluu Boolloo keessatti barattoonni Oromoo duguuggaa Sanyii Oromoo irra waraana bilxiginnaa fi finxaaleyyii Amaaraan raawwachaa jiru mormuun hiriira geggeessaniiru.

ONM-ABO Muddee 12, 2022 Hiriirri gocha sukkanneessaa ilmaan Oromoo irratti humnoota waloo Oromummaa balleessuuf qindoominaan hojjechaa jiraniin raawwachaa jiru balaaleffatuu fi murni bilxiginnaa akka aangoo gadhiisuu gaafatu bulchinsa magaalaa Tulluu Boolloo keessatti barattootaan har’a Muddee 12, 2022 waaree booda geggeeffamaa tureera.

Akka barattootni kun jedhanitti Warraaqsa Oromoo Haa Baraarruu jedhu kana jabeessuun murna bilxiginnaa fi tumsitoota isaa bakkatti galchinee Oromoo fi Oromiyaa ni hambifannaa jechuun dhaadataniiru.

Leave a Reply