Warraaqsi Oromiyaa Haa Baraarruu jedhu akkuma itti fufeetti jira.
(SQ-Mudde 12/2022)
Labsii Qeerroo Bilisummaa Oromoo mudde 11/2022 bakkoota hedduutti guyyaa har’a itti fufeera.
Barattoonni Yuunibarsitii Wallaggaa Naqamteefi Gimbii akkasumas, Yuunibarsitii New Generation Naqamtee Warraaqsicha Finiinsaniiru.
Bakkoota hedduuttis dhadannoo dhageesisa jiru.



