• Tue. Sep 29th, 2026

Humnoonni Tikaa Mootummaa Barattoota yakka tokko malee Ukkaamsa jiraachuun dhagahame

Dec 18, 2022

Humnoonni Tikaa Mootummaa Barattoota yakka tokko malee Ukkaamsa jiraachuun dhagahame.

(SQ-Mudde 18/2022 )
Warraaqsa Oromoo Baraaruu Barattoonni, Barsiisoonni Akkasumaas Qaamolee Hawwasaa biroon irraatti hirmachaa jiran sababa gochuun humnoonni Tikaa Mootummaa Barattoota Hidhaatti guuraa jira.

Kibba Oromiyaa Godina Boorana keessaatti Barattoonni Yakka tokko malee ukkaamfamuu Maddeen Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo gabaasan.

Barattoonni Kunis

1 .Barraaqoo Elemaa Godanaa
2.Barraaqoo Dabbasoo Waariyoo
3.Barraaqoo Jiloo Nyurree
4.Barraaqoo Kulii Haadhoo
5.Carii Jaarsoo Diidaa
6.Waaqoo Mallichaa Diidaa
7.Carfii Saatuu Baqqallaa
8.Mallichaa Kusuree Halakee
9.Taadhii Qancoroo Diidaa
10.Galgaloo Adii
11.Abduuba Jaarsoo Waariyoo
12.Carii Garboolee Maachaa
13.Guyyoo Jiloo saara!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading