• Fri. Mar 13th, 2026

Ganama har’aa lixa Wallaggaa aanaa Baabboo Gambeel fi Jaarsoo gidduu hanga Najjootti irratti geggeesseen kanneen booji’aman keessa ajajaa dhibbaa tokkotu jira

Dec 19, 2022

ONM-ABO 19 Muddee 2022 Lola gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo weerartootaa lafa Oromoo waraana bilxiginnaa irratti ganama har’aa lixa Wallaggaa aanaa Baabboo Gambeel fi Jaarsoo gidduu hanga Najjootti irratti geggeesseen kanneen booji’aman keessa ajajaa dhibbaa tokkotu jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading